Contact @suraa07
Jun 06, 2021Contact @suraa07
Jun 06, 2021I have cod modern warfare 500$
Aug 05, 2021Seenaa Ajaa'ibaa kana Dubbissaa 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 Isin Yeroo Rakkinni isinitti jabaatu Abdii kutattanii achii gad bu'aa Adeemtumoo? Akka joobiraa achii ol ka'aa Adeemtu? Mee Imaltoota Xiyyaaraa Imala isaanii keessatti waan isaan mudate dubbisaa irraa baradhaa! Erga dubbiftanii xumurtan booda share gochuu hin dagatinaa! ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Guyyaa tokko imaltoonni xiyaaraan imalaa osoo jiranii waan isaan hin yaadne tokko isaan mudate. Mudannoon kunis eessaa dhufteen isaa kan hin beekamne bofti summii hamaa qabu tokko utuu isaan olkaiinsa guddaa irra balali'aa jiranii kutaa balalisaa/pilot/ keessatti argame. Bofti kun kallattii balaliisaa kanaatiin hidduuf kan itti deemaa jiru ta'uu isaa yeroo argu balaliisaan sun dhimma kana imaltootaaf ifa godhe. Hunduu kan ta'aa jiru gaafa dhaga'an baayyee na'an. Iyyuu jalqaban. Balaliisaan sunis fala barbaaduu jalqabe. Lafa akka hin qubanne fageenya hedduuurra waan jiraniif utuu isaan lafa hin ga'in bofichi bira ga'ee hidda. Isumaafuu bakka mijataan waan jiru hin fakkaatu. Akka tasaa yaadi tokko itti dhufe. Ogeessota bineensaa waliin bilbilaan mariachuu. Dafee bilbile jara bilbilee fudhatee ogeessa bineensaa/ zoologist/ tiif haala keessa jiru ibseef. Ogeessichis amma olkaiinsa meeqarra jirtu jedhee gaafate. Balaliisaan sunis deebiseef.ogeessichis gad bu'uun furmaata miti. Amma olkaiinsa amma irra jirtu kanaraa ol dabalii. Kanaan booda qilleensi achii bofichaaf waan hin mijanneef si hiidduuf humna dhabaa jedheen. batalumati balalisaan kun waan namichi jadhen raawwate olka'iinsa isaa lafaraa qabuu dabalee gara qilleensa cimaa keessa galee haalli qilleensa sanaa bofichaa gaari hin turre bofichis baay'ee itti ulfaate atimosferin isaa yommus battalumatti humna dhabee suuta suutaan ni du'e Balaliisaan sunis ofiisaaf imaltoota oolche. Firoota koo haala amma isin rakkiseef furmaati gadi bu'uu miti. Olkaiinsa keenya dabaluudha. Kana gochuudhaan rakkinatti karaa cufta! Inni si hiidduuf sitti ariifatu sun si hin danda'u humna dhaba kanaaf mee gaafa diinni keenya nu hidduuf miila keenya jala adeemu nuti immoo ol ka'aa biraa deema irraa haa fagaannuu innuu nu biraa hafaa humna dhabaa! waan dubbiftaniif galatoomaa! Horaa bulaa deebanaa! #Share Join👉 @Imitating_christ @Imitating_christ
Jun 06, 2021