From airdrop
May 19, 2024From airdrop
May 19, 2024YouTube
May 19, 2024Bifa danda’ame hundaan diinagdeenis wal ijaaraa deemuun waan dagatamuus, akkasumas barfatamuus hin qabneedha! ---------------------------------------------------------------- Waliif qoodnee haa gargaaramnu! 'Cryptocurrency' jechuun maal jechuudha? Maallaqani cryptocurrency attamitti argamuu danda'a? Yeroo ammaa cryptocurrencyn maalirra akka jiru, diinagdee dijjitaalawaa keessatti gahee maalii taphachaa akka jiruu fi akka keenyattoo, hirmaannaan keenya maal fakkaata? Hanga har'aatti cryptocurrency gabaarra oolan eenyuufaatu fayyadamaa jira? Fknf, bara 2012 yeroo bitcoin tolaan hiramaa ture namoonni fayyadamaa ta'an eenyuufaadha? Har'ahoo?, 'Bitcoin' tokko yeroo ammaa doolaara meeqaan gurguramaa akka jiruu fi kan kana fakkaatan #link armaan gadii irraa argachuu dandeessu. Bara 2012 GC, bitcoin nama jalqaba 'sign up' godheef 'coin 50' tolaan hiraa kan ture yoo ta'u, waggaa lama booda (2014 GC), 'coin' sun tokkoonsaa doolaara 500tti gurguramuu jalqabe. Har'a garuu bitcoin tokko dolaara 64,000 fi sanaa olitti gurguramaa jira. Amma sun nu darbeera. Carraan amma jiru garuu akka nu hin dabarre, amma irraa qabnee hirmaachuun argachuu dandeenya! Carraawwan amma jiranii fi baasii tokko malee kallattiin seennee galmaa'uun argachuu dandeenyu keessaa #linkn armaan gadii isa tokkodha. Link👇 'Perform various Tasks and be part of the next Big Thing https://accounts.binance.com/register?ref=439576723 Maallaqni kiriptoo, maallaqa dijjitaalaa ykn viirtuwaalii, kan nageenyaaf kiriptoogiraafii fayyadamuu fi baankii giddu galeessaa irraa walaba ta’ee hojjetuudha. Maallaqni kiriptoo beekamaan 'Bitcoin' yoo ta'u, bara 2012 kan uumameedha. Albuudni, haala maallaqa kiriptoo keessatti adeemsa daldalli itti mirkanaa’ee fi galmee uummataa irratti dabalamuu 'blockchain' jedhamuun beekamu, akkasumas mala saantimni haaraan itti gadhiifamuudha.
May 19, 2024@Ethiocrypto11 eze laye gibana sira
May 19, 2024Brother Ethio Crypto Currency News Channel @Ethiocrypto11 @Ethiocrypto11 Join adrge yeteleyayu workch alulh
May 19, 2024Be airdrop mejemer techelaleh free money nw Mesrat kefelel @inib21 Dm By: Anonymous 🎖 24 rep a few seconds ago
May 19, 2024