Selam sewoch Semonun aa temert betoch anzemrm yalutn yeaffan oromo mezmur yalachu lakulgn 🙏🙏🙏
Dec 09, 2022Faaruu Alaabaa Oromiyaa Oromiyaa, oromiyaa haadha seenaa guddaa Handhuura oromootaa galma sirna Gadaa Dacee heeraa fi seeraa haadha Caffee Odaa Badhaatuu, gabbattuu magarsituu hundaa; Xurii bara dhibbaa dhiigaan sirraa dhiqnee Wareegama qaaliin Alaabaa kee ol qabnee Gammannee gammadii bokkuu deebifannee; Nagaaf dimokiraasii tabaroo namummaa Misoomaa amansiisaa guddina hatattamaa Ummatootaa wajjiniis jaalallafi takkummaa Wabii jireenyaatiif goonee kaayyoo cimaa; Irree gamteeffannee kaanee nu abdadhuu Oromiyaa lalisii dagaagii jiraadhuu!
Dec 09, 2022