แฐแแ แฅแแ แแตแฅ แจ แฆแฎแแ แฐแแแช แซแแฝแ แจ Andualem Gosa- darbee laalla แจแแแ แแแ แตแญแแ แแแตแ แแ? แแแฒแซแ แญแแต แ แแ? Thank you ๐๐ผ
Oct 09, 2021DARBEE LAALLAA @@@@@@@@@@@@@@@@ Raasee, raasee, raasee Barri baranee baran baraasee/2 Addiis aabban/2 Shagar baanaa kachamalleen kaachaa, Dhugaan dhiiga kun nama maraachaa/2 Darbee laallaa , nataqayyamtee laataa Darbee laallaa, kobborta balaa baataa darbee laallaa, eenyutu sarmee baata Darbee laallaa, barris bara fakkaata Darbee laallaa ,kan falfaluu hin furmaatu Darbee laallaa ,barraaqa barii raasa darbee laallaa, sagaltama garbaa guusaa Darbee laallaa ,waa hin faluu cubbuu kuusaa Hin shakkinemoo hin shakkineere/2 @@@@@@@@@@@@@@@ Jiraan jiraa baata, jiraan jiraa hin nyaatu Odaa hundaa caalu, hanquutti bobeeffatu Boorataan korma dhugaa, boorataa boora galchuu Basaqii basaqaa, gahee barri dhalachuu/4 Hin shakkinemoo hin shakkineere/2 Xaafotti marmaarti, mucayyoon xaafotti marmaarti Akkamittan dhiisa, ergamtee narratti tamaarti @@@@@@@@@@@@@@@ Raasee, raasee, raasee Barri baranee baran baraasee/2 Addis aabban/2 addiisa abbaan biyya kaachamaallee maal barbaadda Min tifaligalle Darbee laallaa, Walloo warqituutu eega darbee laallaa, raayya rayyumatu eega Darbee laallaa, xannachi hiddatti mirgaa Darbee laallaa ,achi tuqan as dhiiga Darbee laallaa ,hiddi adda hin fagaatu darbee laallaa, hin gaddin gadaatu jiraa Darbee laallaa, hin bariitu dhiitu malee Darbee laallaa, kan boriitif borri jiraa @@@@@@@@@@@@ Jiraan jiraa baata, jiraan jiraa hin nyaatu Odaa hundaa caalu, hanquutti bobeeffatu Boorataan korma dhugaa, boorataa boore galchuu Basaqii basaqaa gahee barri dhalachuu/4 Hin shakkinemoo hin shakkineere/2 Kooratti raarraati ,udeelloon kooratti raarraati Buusi farda koo irraa wandaboon wadabaa dabaatii, Kooratti raarraati udeelloon kooratti raarraati Buusi farda koo irraa, wandaboon wadabaa dabaatii ๐ผ@oddak๐ผ ๐ผ@oddak๐ผ
Oct 10, 2021